Kuufama Moobaayilaa Dhaabbataa Kan Ji'aa Kuufama Moobaayilaa

Tajaajila kanaaf wayita galmooftan qarqabni osoo itti hin fayyadamiin hafe gara baatii itti aanuutti isiniif darba!

Kuufama sagalee fi daataa moobaayilaa dhaabbataa kan ji'aa

Kuufama Daataa
Kan Ji'aa

  • Offer Mix:

  • Meegaabaayitiin 500 birrii 35
  • Giigaabaayitiin 1 Qarshii 60
  • Giigaa baayitii 2 Qarshii 105
  • Giigaa baayitii 4 Qarshii 200
  • Giigaa baayitii 10 Qarshii 420
  • Giigaa baayitii 20 Qarshii 549
  • Giigaa baayitii 50 Qarshii 799
  • Giigaa baayitii 100 + Ergaa hin daangeffamne/ Qarshii 849
  • Giigaa baayitii 150 + Ergaa hin daangeffamne/ Qarshii 889

Kuufama Sagalee
Kan Ji'aa

  •  
  • Offer Mix:

  • Daqiiqaa 125 + Ergaa 35 / Qrashii 35
  • Daqiiqaa 200 + Ergaa 50 / Qrashii 50
  • Daqiiqaa 400 + Ergaa 95 / Qrashii 95
  • Daqiiqaa 500 + Ergaa 120 / Qrashii 120
  • Daqiiqaa 1000 + Ergaa 195 / Qrashii 195
  • Daqiiqaa 2000 + Ergaa 380/ Qrashii 380
  •  

Kuufama
Sagalee + Daataa

  •  
  • Offer Mix:

  • Daqiiqaa 125 + Giigaa baayitii 2 + Ergaa 50/ Qarshii 140
  • Daqiiqaa 375 + Giigaa baayitii 2 + Ergaa 50/ Qarshii 200
  • Daqiiqaa 1250 + Daataa Hin Daangeffamne + Ergaa 50/ Qarshii 140
  •  
  •  

Kuufama Fileeksii

  •  
  • Kuufama Fileeksii Yuuniitii 2280/ Qarshii 100
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  
  •  

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee dhaabbataa kan ji'aa

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee
dhaabbataa kan ji'aa

  •  
  • Filmaata tajaajilaa:

  • Sagalee Moobaayilaa biyya keessaa daangaa malee/ Qarshii 999
  • Daataa moobayilaa daangaa malee/ Qarshii 999
  • Sagalee +Daataa/ Qarshii 1700
  •  
  •  

Kuufama piriimiyeemii daangaa malee
dhaabbataa kan ji'aa

  •  
  • Filmaata tajaajilaa:

  • Sagalee Moobaayilaa biyya keessaa daangaa malee
  • Daataa moobayilaa daangaa malee
  • Ergaa barreeffamaa gabaabaa daangaa malee
  • Bilbila biyya alaa daqiiqaa 100 + ergaa barreeffamaa gabaabaa 50
  •  

Danbii fi haaldureewwan qarqaba moobaayilii dhaabbataa kan ji'aa

  • Maamiltoonni moobaayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidii hundi qarqaba moobaayilii dhaabbataa kan baatiif yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u
  • Maamiltoonni dhaabbataa fi namoonni dhuunfaan qarqaba dhaabbataa kan baatiif galmaa’uu ni danda’u.
  • Maayi Itiyooteel ykn gara *999# tti bilbiluun akkasumas jiddugaleessota gurgurtaa Itiyoo Telekoom qaamaan dhaquun tajaajila kana argachuu ni dandeessu.
  • Qarqaba dhaabbataa kan baatiif galmooftanii tajaajila qarqabaan ala wayita fayyadamtan bilbila biyya keessaarraa %20 akkasumastajaajila deetaaf %25isiniif hir’ifama.
  • Maamiltoonni tajaajila qarqabaa dhaabbataa galmaa’aniin ala bilbila fayyadamaniif kafaltii taarifaa sa’aatii idileen alaa daqiiqaatti (saantima 35) kafalu.
  • Qarqabni maamiltoonni itti hin fayyadamne gara baatii tokko itti aanuutti cehaaf.
  • Lakkoofsa tajaajilaa qarqabaaf galmaa’aniin ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraatti dabarsuu hindanda’an.
  • Qarqabni waamichaa moobaayilii biyya keessaaf qofa fayyada. Kana malees lakkoofsota tajaajilaa gabaabaaf hinfayyadu.
  • Kafaltiin hundi taaksii dabalataa waliini.