Kuufama Moobaayilaa Turtii Yeroo Dheeraa

Kuufama moobaayilaa kurmaana waggaa ykn kan waggaaf galmaa’aa!

Gatii tajaajilaa hir’ifamaatti fayyadamaa!

KUUFAMA MOOBAAYILAA KURMAANA WAGGAA

Qarshii 820
  • Daqiiqaa 800 + Daataa GB 36+ SMS 300

KUUFAMA MOOBAAYILAA KURMAANA WAGGAA DAANGAA MALEE

Birr 4375
  • Sagalee daangaa malee + GB 231 + SMS 300

KUUFAMA MOOBAAYILAA KURMAANA WAGGAA

Qarshii 1085
  • Daqiiqaa 2000 + Daataa GB 36+ SMS 300

KUUFAMA MOOBAAYILAA KURMAANA WAGGAA DAANGAA MALEE

Birr 4915
  • Sagalee + Daataa+SMS Daangaa malee

KUUFAMA MOOBAAYILAA KURMAANA WAGGAA DAANGAA MALEE

Qarshii 3300
  • Daqiiqaa 800 + Daataa daangaa malee + SMS 300

KUUFAMA MOOBAAYILAA KAN WAGGAA DAANGAA MALEE

Qarshii 9999
  • Daataa Daangaa malee + SMS Daangaa Malee

KUUFAMA MOOBAAYILAA KAN WAGGAA DAANGAA MALEE

Qarshii 9600
  • Sagalee Daangaa Malee + SMS Daangaa Malee

KUUFAMA MOOBAAYILAA KAN WAGGAA DAANGAA MALEE

Qarshii 14500
  • Sagalee Daangaa malee + Daataa + SMS

  • Maamiltoonni tajaajilli moobaayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidiif qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Qarqabaturtii yeroo dheeraaf yemmuu galmooftan kafaltii qarqaba filattanii al tokko qofa kafaltu.

 

  • Maamiltoota pilaanii kurmaana waggaa ykn guyyoota walitti aanan 90f jiddu galeessa gurgurtaa keenyaatti galmaa’aniif qarqaba bitatan gadi lakkisuuf filannoowwan lama kan jiran yemmuu ta’u,

 

  • Tajaajiloonni qarqabaa hundi amma xumura tajaajilichaatti altokko kan gadi lakkifamu yoo ta’u, kan lammataa ammoo,
  • Amma tajaajiloonni qarqabaa eeraman xumuramanitti baatiidhaan qoodamee kan dhihaatu yemmuu ta’u, qarqabni osoo itti hin fayyadamiin haftan gara baatii itti aanuutti ceha.
  • Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa lakkoofsa gabaabaa *999#, appilikeeshinii maayi Itiyooteel fi gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa deemuun galmaa’uu nidandeessu. Fayyadamtoonni moobaayila kafaltii boodaa jiddugaleessa gurgurtaaa keenya deemuun argachuu nidandeessu.
  • Maamiltoonii dhaabbilee fi namoonni dhuunfaa qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraaf galmaa’uu nidanda’u.
  • Maamiltoonni lakkoofsa taiaajilaa galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraatti dabarsuu hindanda’an.
  • Qarqaba turtii yeroo dheeraaf altokko yoo galmooftan erragni akka isinii deebi’u ykn gara qarqaba turtii yeroo dheeraatti jijjiiruun hineeyyamamu.
  • Qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraaf galmaa’uuf siim kaardiin itti fayyadamaa jirtan kan hojjetu ta’uu qaba.
  • Qarqabni moobaayilii fi qarqabni barreeffama gabaabaa moobaayilii tajaajila moobaayilii fi ergaa biyya keessaaf qofa oola.
  • Qarqaba bittaniin ala akkasumas lakkoofsa gabaabaa wayita fayyadamtan taarifni tajaajila idilee hojiirra ni oola.