Bareechituun sagalee bifa haaraan
Coloring Ring Back Tone
- CRBT has been redesigned with new and exciting features considering your needs. Subscribe and entertain both yourself and your callers.
Service Types
♪ Normal CRBT (for your callers)
♪ Calling CRBT (when you make call)
Service Fee
Kan torban lamaa: qarshii 4
Kaffaltii torbanii qarshii 3
Kaffaltii ji’aa qarshii 7
Toonii bituuf፡ qarshii 6
Faayidaa & amaloota tajaajilichaa
- Eenyummaa addaa siif kenna & deebii eeguu gara muuxannoo bashannansiisaa, hawaasummaa, fi odeeffannoo qabutti jijjiira
- Namoota jaallattaniif sagalee adda addaa
- Akkasumas CRBT kutaa yeroo murtaa'eef ramaduu dandeessa, kan akka CRBT ganama, CRBT Ayyaanaa, CRBT guyyaa jaalalaa fi kkf.
- Sirboota Aadaa, Ammayyaa & amantii.
- Sagaleewwan akka kennaa namoota biroof erguu fi isa jaallattu fayyadamtoota biroo irraa dhaggeeffachuudhaan koppii gochuu dandeessa.
To subscribe to the service:
- Send A to 822
- Dial 822 or *822#
- Go to https://www.crbt.et
To choose tones & manage the service
- Dial 822 & follow prompt
- Via our website https://www.crbt.et or
- Dial *822#
Ajajoota Hojiiwwan Bu’uuraa karaa ergaa gabaabaa 822 ergamuu qaban
Item no. | Operation | Normal CRBT | Calling CRBT |
---|---|---|---|
1 | Subscribe for the service | A | A1 |
2 | To purchase a CRBT | C CRBT Code | C CRBT Code |
3 | To Set a CRBT | SN Tone code | SC Tone code |
4 | Express Copy (to copy CRBTs you heard from other users) Dial the person back and press (*) before they answer | * | * |
5 | To send CRBT gift for your loved ones | G CRBT code Receiver's phone number e.g: G 123456 09XXXXXXXX | G CRBT code Receiver's phone number e.g: G 123456 09XXXXXXXX |
6 | Gift accept | ga Code no | ga Code no |
7 | Gift reject | gr Code no | gr Code no |
8 | Help | H | H |
9 | Querying CRBT from subscriber personal library | P | P |
10 | Query personal settings | QC | QC |
11 | To delete CRBT setting | DC Tone code | DC1 Tone code |
12 | Deactivating the service temporarily | DAC | DAC1 |
13 | Activating the service | AC | AC1 |
14 | Unsubscribe the service | U | U1 |
Danbii fi Haaldureewwan
- Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidii hundi tajaajila kanaaf galmaa’uu ni danda’u.
- Maamiltoonni tajaajila idilee fi bareechituu sagaleef yeroo tokkotti fayyadamaa ta’uu ni danda’u.
- Tajaajila bareechituu sagaleef 822 irratti bilbiluun, gara *822# tti bilbiluun akkasumas karaa marsariitii keenyaa https://www.crbt.et argachuu ni dandeessu.
- Maa,ila fayyadamaa bareechituu sagalee hin taaneef sagalee muuziqaa barbaadan bitatanii kennaa gumaachuu yoo barbaadan maamilli ergamuuf galmee baatii kan yeroo tokkoo dabalataan kafaluun irraa eegama. Maamilli kennaan isa qaqqabe tajaajila kanaaf galmaa’uu akka barbaadu ergaa barreeffamaa gabaabaan sa’aatii tokko keessatti deebii kennuu qaba. Erga galmaa’ee booda sagaleen muuziqaa gumaachaan ergameef isa qaqqaba.
- Maamila ykn maamiltoota bareechituu sagalee filataniif muuziqaa barbaadaniif kafaluun al tokko erguu ni danda’u.
- Wayita gara maamiltoota birootti bilbiltan dhageessanii bareechituu sagalee ofii keessaniif fayyadamuuf bilbilli osoo hin ka’iin mallattoo (*) cuqaasuun lakkoofsa adda baaftuu bareechituu sagalee karaa bilbila keessanii isiniif ergamu gara 822tti erguun kan keessan godhachuu ni dandeessu. Fayyadamaan bareechituu sagalee maamiltoonni biroo sagaleekana akka jalaa hin waraabbanne dhorkuuf mirga qaba. Maamilli kamiyyuu wayita galmaa’u yeroo jalqabaaf sagaleen jalqabaaf fe’amu waraabamuu hin danda’amu. Maamiltoonni fayyadamoon kanneen biroo waamicha jalqabaatiin ala waamicha hafan kamiyyuu dhaggeeffatanii yoo jaalatan kan keessan gochuu ni dandeessu.
- Tajaajila kanaaf akka galmooftaniin sagaleen jalqabaa tola kan fe’amu yoo ta’u, yeroo barbaadame sagalee haaraa jijjiiruun ni danda’ama.
- Bareechituun sagalee amma 20 ta’an kan maamiltoonni bitan galmee dhuunfaa isaanii keessa kan taa’an yoo ta’u, yeroo barbaadanitti fo’anii balleessuu ni danda’u.Maamiltoonni bareechituu sagalee yeroof addaan kutuu kan danda’an yoo ta’u, bareechituun sagalee galmee dhuunfaa isaanii keessatti argaman osoo jala hin badiin deebisanii jalqabsiisuu ni danda’u.
- Maamiltoonni kiraa kan baatii kafaluun isaan irraa eegama. Kana gochuuf erraga gahaa yoo hinqabaanne yeroo jalqabaaf wayita galmaa’an bareechituun sagalee kn duraan ture ni dhaga’ama. Guyyoota 7 boodas yoo hin kafalamne tajaajilli kun yeroof ni dhorkama. Haa ta’u malee maamiltoonni guyyoota 15 booda kafaltii baatii raawwachuu yoo baatan tajaajilichi addaan cita.
- Maamiltoonni yeroo kamiyyuu tajaajila addaan kutuu ni danda’u. Tajaajilicha deebi’anii argachuu yoo barbaadan akka maamila haaraatti keessummeeffamu.