Viiziiter Pilaan (Daawwattoota idilee) Istaandaard
Karoora Daawwattoota keenyatti gammadaa!
Faayidaa Ajaa'ibaa Karoora Daawwattoota Keenyaa Hin Dhabinaa!
Tajaajila kana faayidaalee biyya keessaa fi idil addunyaa amma ta’u bakka qubannaa Xayyaaraa ykn jiddugaleessota gurgurtaa keenyaatti ni argattu.
Kafaltiin
Torbanii Xiqqaan
5
$/€
-
Daataa GB 10
-
Bilbila - Net hunda Daq. 300
-
SMS - Net hunda 100
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar– 50
Torbanii Olaanaan
10
$/€
-
Daataa GB 50
-
Bilbila - Net hunda Daq. 500
-
SMS - Net hunda 200
-
Sagalee addunyaalessaa Daq.20
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 100
Torban lamaan
15
$/€
-
Daataa GB 100
-
Bilbila - Net hunda Daq. 700
-
Sagalee addunyaalessaa Daq.300
-
SMS - Net hunda 300
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 200
Ji'aan
40
$/€
-
Daataa hin daangeffamne
-
Bilbila - Net hunda hin daangeffamne
-
SMS - Net hunda hin daangeffamne
-
Sagalee addunyaalessaa Daq.70
-
Yeroo qilleensaa waliin Qar. 400
Kuufama Daataa
Guyyaa 7'f
3
$ / €
Guyyaa 7'f
5
$ / €
Guyyaa 15'f
10
$ / €
Guyyaa 30'f
15
$ / €
Danbii fi haaldureewwan as xuquun dubbisaa
- Kuufamni karoora daawwattootaa SIM kaardii haaraa fi duraan kaffalamu qofa irratti raawwatiinsa qaba.
- Gatiin SIM kaardii gatii kuufamaa keessatti hammatameera. Kara biraa immoo. SIM kaardii gurgurtaa haaraadhaaf bilisa.
- Karoora daawwattootaaf dhiyeessiin inni jalqabaa 4G/5G ta’uu danda’a.
- Karoorri daawwattootaa 4G/5G waliin kan argamu yoo ta'u, fayyadamtoonni 4G gara 5Gtti ol guddachuu danda'u.
- Kuufamni sagalee fi ergaa gabaabaa biyya keessaa sadarkaa jijjiirraa addunyaa jiruun on-net fi off-net lamaan isaaniif ni hojjeta. kara biraa; On-net irratti yuunitii 1/sekondii 1 tti, off-net irratti ammoo yuunitii 2/sekondii 1 tti.
- Bilbilli gara saatalaayitii fi lakkoofsi kaffaltii olaanaa gatii PAYGO (ammuma fayyadamtan) kan duraan jiruun kaffalama.
- Seerotni daldalaa fi taarifawwan jiran itti fayyadama kuufama oliitti raawwatiinsa ni qabaatu.
- Daataa daangaa hin qabneef FUP'n hojiirra hin oolu.
- Daawwattoonni karoora daawwattootaa hedduu SIM kaardii tokkoon bitachuu kan danda’an yoo ta’u, kuufama biyya keessaas chaanaalii adda addaa irraa bitachuu danda’u.
- Yeroon qilleensaa irra deebiin guutame akkaataa seera jiruun yeroo hojiirra ooluu SIM kaardii ni dheeressa.
- Yeroon turtii guyyaa galmee irraa kan eegalu yoo ta'u kunis ji'a kaalaandarii wajjin wal hin simu.
- Kuufamni daawwattootaa kun networkii tiyoo telekoomii’n ala roaming’f hin hojjetu.
- Gurgurtaan kuufama Karoora Daawwattootaa USD (Doolaara) fi Yuuroodhaan.
- Hojimaatni fi seera gurgurtaa karoora daawwattootaa amma jiru akkuma jirutti ni eegama.
Lakk. | Biyyoota |
---|---|
1 | American Samoa |
2 | Andorra |
3 | Anguilla |
4 | Antigua and Barbuda |
5 | Argentina |
6 | Armenia |
7 | Aruba |
8 | Australia and Cocos-Keeling Islands |
9 | Austria |
10 | Azerbaijan |
11 | Bahamas |
12 | Bahrain |
13 | Bangladesh |
14 | Barbados |
15 | Belgium |
16 | Belize |
17 | Bermuda |
18 | Bhutan |
19 | Bolivia |
20 | Botswana |
21 | Brazil |
22 | British Virgin Islands |
23 | Brunei Darussalam |
24 | Bulgaria |
25 | Cambodia |
26 | Cameroon |
27 | Cape Verde Islands |
28 | Chile and Easter Island |
29 | China (PRC) |
30 | Colombia |
31 | Costa Rica |
32 | Croatia |
33 | Cura‡ao and Netherlands Antilles |
34 | Cyprus |
35 | Czech Republic |
36 | Denmark |
37 | Djibouti |
38 | Dominica |
39 | Dominican Republic |
40 | Ecuador |
41 | Egypt |
42 | Eritrea |
43 | Estonia |
44 | Faroe Islands |
45 | Fiji Islands |
46 | France |
47 | French Antilles and Martinique |
48 | French Guiana |
49 | Georgia |
50 | Germany |
51 | Ghana |
52 | Gibraltar |
53 | Greece |
54 | Grenada |
55 | Guadeloupe |
56 | Guam |
57 | Guatemala |
58 | Guyana |
59 | Honduras |
60 | Hong Kong |
61 | Hungary |
62 | Iceland |
63 | India |
64 | Indonesia |
65 | Iran |
66 | Iraq |
67 | Ireland |
68 | Israel |
69 | Italy and Vatican |
70 | Jamaica |
71 | Japan |
72 | Jordan |
73 | Kazakhstan |
74 | Kenya |
75 | South Korea |
76 | Kuwait |
77 | Kyrgyz Republic |
78 | Laos |
79 | Lebanon |
80 | Libya |
81 | Liechtenstein |
82 | Luxembourg |
83 | Macau |
84 | Malawi |
85 | Malaysia |
86 | Mali Republic |
87 | Malta |
88 | Mauritius |
89 | Mexico |
90 | Moldova |
91 | Monaco |
92 | Mongolia |
93 | Mozambique |
94 | Namibia |
95 | Nepal |
96 | Netherlands |
97 | New Zealand |
98 | Nicaragua |
99 | Niger |
100 | Nigeria |
101 | Northern Marianas Islands |
102 | Norway |
103 | Oman |
104 | Pakistan |
105 | Palestinian Settlements |
106 | Panama |
107 | Paraguay |
108 | Peru |
109 | Philippines |
110 | Poland |
111 | Portugal |
112 | Puerto Rico |
113 | Qatar |
114 | Romania |
115 | Russia and Kazakhstan |
116 | Rwandese Republic |
117 | Samoa |
118 | San Marino |
119 | Saudi Arabia |
120 | Senegal |
121 | Singapore |
122 | Slovak Republic |
123 | Slovenia |
124 | Somali Democratic Republic |
125 | South Africa |
126 | Spain |
127 | Sri Lanka |
128 | St. Kitts and Nevis |
129 | St. Lucia |
130 | St. Vincent and the Grenadines |
131 | Sudan |
132 | Swaziland |
133 | Sweden |
134 | Switzerland |
135 | Syria |
136 | Taiwan |
137 | Tajikistan |
138 | Tanzania |
139 | Thailand |
140 | Trinidad and Tobago |
141 | Turkey |
142 | Turkmenistan |
143 | Turks and Caicos Islands |
144 | Uganda |
145 | Ukraine |
146 | United Arab Emirates |
147 | United Kingdom |
148 | United States and Canada |
149 | Uruguay |
150 | US Virgin Islands |
151 | Uzbekistan |
152 | Venezuela |
153 | Vietnam |
154 | and Yemen. |
Continent | List of Special Zone Countries |
---|---|
Africa | Ascension (247) |
Comoros (269) | |
Madagascar (261) | |
Seychelles Republic (248) | |
Tunisia (216) | |
Asia & Middle East | East Timor (670) |
Korea North (850) | |
Maldives (960) | |
Diego Garcia (246) | |
Falkland Islands (Malvinas) (500) | |
St. Helena (290) | |
Wallis and Futuna Islands (681) | |
North America | Cuba/Christmas Island/Guantanamo Bay (53) |
Oceania Special Zone | Antarctica/Norfolk Island (672) |
Cook Islands ((682) | |
Kiribati (686) | |
Nauru (674) | |
Niue (683) | |
Papua New Guinea (675) | |
Solomon Islands (677) | |
Tokelau (690) | |
Tuvalu (688) |