Maallaqa Ergaa ,Fudhadhaa
Maatii, hiriyyoota ykn namoonni jaalattan biyyattii keessa kutaa kamiyyuu jiraatan teeleebirrii fayyadamanis fayyadamuu baatanis maallaqa hatattamaan erguuf isin dandeessisa.
dandeessisa.
- Gara *127# bilbilaa ykn karaa appilikeeshinii moobaayilaa teeleebirrii seenaa
- ‘Maallaqa ergaa’ isa jedhu filadhaa.
- Bilbila nama fudhatuu galchaa/filadhaa.
- Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
- Lakkoofsa iccitii (PIN) galchaa.
- Baay’ina maallaqa ergitanii fi eenyuuf akka ergitan tole ykn maallaqa ergi isa jedhu mirkaneessaa.
- Maallaqa erguu keetiif ergaan battalatti isin qaqqaba.
Adeemsa maallaqa
teeleebirrii irraa gara baankiitti
dabarsuuf
Maallaqa baankii Daashan irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
Intarneet Baankiingii
- Gara https://ib.myamole.com/bwinternet/#/ deemaatii eenyummeessa keessan seenaa.
- Erguu fi dabarsuuf.
- Gara teeleebirriitti dabarsuuf.
- Tartiibota jiran hordofuunmaallaqa teeleebirriitti dabarsaa.
Karaa fayyadama moobaayilii
- Fayyadama Amoolee seenaa.
- Dabarsuuf
- Gara teeleebirriitti
- Enyummeessa maallaqni irratti hir’ifamu filadhaa.
- Fetch
- Lakkoofsa moobaayilii galchaa.
- Baay’ina maallaqaa galchaa.
Karaa lakkoofsa gabaabaa (*996#)
- Gara *996#tti bilbilaatii lakkoofsa 1 galchaa.
- Lakkoofsa iccitii galchaa, itti aansuun lakkoofsa 2 galchaa.
- Lakkoofsa 8 galchaa (Karaa teeleebirrii dabarsuuf.)
- Enyummeessa irratti hir’ifamu filachuun ergaa isa jedhu cuqaasaa.
- Baay’ina maallaqaa galchaa.
Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 galchuun ergaa isa jedhu cuqaasaa
Maallaqa Baankii Abbaayirraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Gara *812#tti bilbilaa.
- Lakkoofsa keessan iccitii galchaa.
- Lakkoofsa 7 galchuun maallaqa gara teeleebirriitti dabarsuu isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa moobaayilii teeleebirrii maallaqni itti ergamu galchaa.
- Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
- Lakkoofsa enyummeessaa maallaqni irratti hir’ifamu filadhaa.
- Lakkoofsa 1 galchaatii mirkaneessaa.
Maallaqa Nib Intarnaashinaali irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Lakkoofsa adda baaftuu fi lakkoofsa iccitii
- Enyummeessa (account) filadhaa.Teeleebirrii isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa bilbilaa fi baay’ina birrii galchuun dabarsuuf isa jedhu cuqaasaa.
- Xumuraaisa jedhu cuqaasaa.
Maallaqa baankii Oromiyaarraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Onlaayin baankiingi isa jedhu cuqaasaa.
- Lakkoofsa adda baaftuu galchaa.
- Lakkoofsa ittiin seentan galchaatii seenaa isa jedhu cuqaasaa
- Enyummeessa irraa gara teeleebirriitti isa jedhu filadhaa.
Qajeelfama hordofaatii mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa
Maallaqa baankii Wagaagan irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Gara *866# tti bilbilaa.
- Lakkoofsa keessan iccitii galchaa.
- Lakkoofsa 8 galchaatii maallaqa gara teeleebirriitti dabarsuu isa jedhu filadhaa.
- Maay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
- Lakkoofsa enyummeessaa irratti hir’ifamu filadhaa.
- Lakkoofsa teeleebirrii maallaqni irratti ergamu galchaa.
- Lakkoofsa 1 galchaatii mirkaneessaa.
Maallaqa baankii Innaat irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
Fayyadama Moobaayiliitiin
- Fayyadama moobaayilii Innaat banaatii “Seenaa” isa jedhu cuqaasaa.
- Lakkoofsa iccitii galchaatii “galchaa” isa jedhu cuqaasaa.
- Bittaa fi gurgurtaa
- Gara teeleebirriitti dabarsaaisa jedhu cuqaasaa.
- Enyummeessa filadhaa, lakkoofasa bilbilaa, bay’ina birrii fi "Particulars” galchaatii “galchaa” isa jedhu cuqaasaa.
- Mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa.
- Xumura irratti ergaan mirkaneessa lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu fi lakkoofsa bittaa fi gurgurtaa qabate isin qaqqaba.
Karaa lakkoofsa gabaabaa
- Gara *845#tti bilbilaa.
- Lakkoofsa iccitii
- Lakkoofsa 3 galchaa “maallaqa dabarsuu”
- Lakkoofsa 5 galchaa “gara teeleebirriitti dabarsuuf”isa jedhu filachuuf.
- Enyummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
- Lakkoofsa tajaajila teeleebirrii
- Baay’ina birrii galchaa.
- Yaadannoo galchaa.
- Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 wayita galchitan ergaan isin qaqqaba.
Maallaqa Baankii Hibrat irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Gara *811# tti bilbilaa.
- "Lakkoofsa iccitii" galchaa.
- Lakkoofsa 4 galchaatii "Birrii erguuf" isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa erragaa irratti hir’ifamu filadhaa.
- Lakkoofsa 3 galchaatii "maallaqa gara alaatti dabarsuu" isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa 1 galchaatii "teeleebirri moobaayil maniiኒ" isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa bilbilaa teeleebirrii itti fayyadamtanii fi maallaqa itti dabarsuu barbaaddan
- "Baay’ina maallaqaa" galchaa.
- Saanduqani "Odeeffannoo dabalataa" jedhu wayita isiniif dhufu sababa maallaqa ergitaniif barreessaa.
- "Lakkoofsa iccitii " galchaa.
Maallaqa Baankii Abisiiniyaa irraa gara teeleebirriitti dabarsuu.
Karaa fayyadama Moobaayilii
- Fayyadama moobaayilii Abisiiniyaa seenaa.
- Baafata cinaatti argamu keessaa kafalaa ykn dabarsaa isa jedhu cuqaasaa.
- Gara teeleebirriitti isa jedhu cuqaasaa.
- Gara keessanitti dabarsuuf “ON” isa jedhu cuqaasaa.
- Enyummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
- Nama biraaf dabarsuuf Lakkoofsa tajaajilaa galchaa.
- Baay’ina birrii
- Itti fufaaisa jedhu cuqaasaa.
- Dabarsaa isa jedhu cuqaasaa.
Maallaqa baankii Awaash irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
Karaa lakkoofsa gabaabaa
- Gara *901# tti bilbilaa.Lakkoofsa keessan iccitii abbaa dijitii 4 galchaa.
- Lakkoofsa 3 galchaa “maallaqa dabarsuuf ” filachuuf
- Lakkoofsa 3 galchaa “gara teeleebirriitti dabarsuuf” isa jedhu filachuuf
- Enyummeessa keessaniif lakkoofsa 1 enyummeessa nama biraaf lakkoofsa 2 cuqaasaa.
- Entummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
- Baay’ina birrii galchaa.
- Yoo barbaachise yaada barreessaa.
- Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 wayita galchitan ergaan isin qaqqaba.
Karaa Fayyadamaa (application)
- Fayyadama Awaash Waaleet banaatii lakkoofsa iccitii galchaa.
- Teeleebirrii filadhaa.
- Ofiikeessaniif isa jedhu filadhaatii lakkoofsa tajaajila teeleebirrii galchaa ykn nama biraaf isa jedhu filadhaatii lakkoofsa tajaajila teeleebirrii galchaa.
- Baay’ina maallaqaa galchaa.
- Enyumeessa irraatti hir’ifamu filadhaa.
- Mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa.
- Eraan mirkaneessu isin qaqqaba.
Maallaqa baankii Birihaan irraa gara teeleebirriitti dabarsuu
- Gara *881# tti bilbilaa.
- Lakkoofsa keessan iccitii abbaa dijiitii afurii galchaa.
- Lakkoofsa 4 galchaatii “tajaajiula teeleebirrii” isa jedhu filadhaa.
- Lakkoofsa 1 galchaatii “maallaqa gara teeleebirriitti dabarsaa” isa jedhu filadhaa.
- “Lakkoofsa enyummeessaa” irratti hir’ifamu filadhaa.
- “Lakkoofsa bilbilaa” maallaqni itti ergamu galchaa.
- Baay’ina maallaqaa ergitan galchaa.
- “Lakkoofsa iccitii” abbaa dijiitii 6 galchaa.
- Maallaqa dabarsuu keessan kan mirkaneessu isin qaqqaba.
Maallaqa baankii Zaman irraa gara telebirritti dabarsuuf
Internet Banking
- Login to zemenbank.com.et/zemenib/#/
- Press payments & transfers
- Select bill payments & telebirr
- Select telebirr from the group
- Enter recipient number, amount & finish the remaining steps
Mobile App
- Enter user name & click proceed
- Enter passphrase & click login
- Select payments
- From the category select telebirr & click OK
- Enter recipient service number, amount & click save & complete the transaction