Kuufama Dheeressituu Kuufamaa

Sagalee

22 Qarshii
  • Daq. 80
HAARAA

Daataa

33 Qarshii
  • MB 500
HAARAA

Qabxiilee ijoo Kuufama dheeressituu kuufamaa:
• Dheeressituun kuufama sagalee; sagalee fi daataa kuufama Sagalee pilaasii (Voice plus) qofa dheeressuu danda'a.
• Dheeressituun kuufama daataa; daataa fi daataa kuufama Sagalee pilaasii (Voice plus) qofa dheeressuu danda'a.
• Kuufamni dheeressituu kuufama torbanii fi ji’aa qofa irratti kan dheeratu ta’a.
• Dheerinni kun kuufama ofiif bitamani fi kennaadhaan ergaman irratti raawwatiinsa qaba.
• Hangi dheerate yeroo seera qabeessummaa haaraa (guyyoota 5) waliin hanag dheeressituu kuufama haaraatti ni dabalama.
• Kuufamni dheeressituu kuufamaa kan ofiif bitattan qofaaf jira, bittaa kennaadhaaf hin jiru.
• Kuufamni dheeressituu kuufamaa, kuufama bonasii irratti hojiirra oolmaa hin qabu.
• Kuufamni dheeressituu darbuus jijjiiramuus kan danda’u yoo ta’u, kuufamni jalqabaa ykn kuufamni dheerate garuu seera daldalaa jiru( isa duraanii) eega.
• Gatiin hundi gibira %5 fi VAT %15 of keessaa qaba.