5G Kuufama Moobaayilaa
New Year
New Speed, New Convenience, New Lifestyle
Neetwoorkii 5G
Dhaabbanni keenya tajaajila neetworkii dhaloota shanaffaa (5G) ammayyaa Finfinnee keessatti iddoowwan adda addaa 145 irratti kan jalqabsiise yoo ta’u, daataa 5G daangaa hin qabne, 5G Manatti(To the home), fi Kuufama moobaayilaa 5G adda addaa maamiltoota keenya kabajamoof dhiyeessee jira. Tajaajiloota adda addaa fi kuufamoota moobaayilaa kana fayyadamuuf maamiltoonni keenya bilbiloota/qafoowwan 5G dalaguu danda’an qabaachuu qabu.
5G’n indaastiriiwwan akka tajaajila ergama xiiyyeeffannoo barbaadan fi murteessaa ta’an murtii yeroo qabatamaa barbaadan, warshaalee omishaa biqilootaa, kunuunsa fayyaa fagoo, qonna sirrii, konkolaataa ofiin deeman, IoT, fi hojii yeroo qabatamaa irratti dhiibbaa guddaa kan qabu yoo ta’u, kanneen kana dhugaa taasisuudha. Tajaajilli 5G hawaasni keenya furmaata dijitaalaa sadarkaa isaa eeggate akka argatu kan dandeessisu yoo ta’u, muuxannoo isaanii fooyyessuu. Akkasumas maamiltoota keenya daldala hojjettanif gahee olaanaa ni taphata, oomishtummaa fi gahumsa isaanii guddisuu, aapplikeeshinii dhaloota itti aanuun galii haaraa maddisiisuu, xiinxala yeroo qabatamaatiin hojii fooyyessuu, jijjiirama daayinamiksii daldalaa wajjin saffisaan madaquu, fi daataa ergama addaa qabu fi nageenya qabuu akkasumas saffisaa ta’e dhiyeessuuf hedduu murteessaadha.
Qafoowwan 5G hojjetan
S.N | Samsung |
---|---|
1 | Samsung Galaxy A14 5G |
2 | Samsung Galaxy A14 5G (6GB RAM + 128GB) |
3 | Samsung Galaxy A14 5G (8GB RAM + 128GB) |
4 | Samsung Galaxy A22 5G |
5 | Samsung Galaxy A22e 5G |
6 | Samsung Galaxy A24 5G |
7 | Samsung Galaxy A32 5G |
8 | Samsung Galaxy A33 5G |
9 | Samsung Galaxy A33 5G (8GB RAM + 128GB) |
10 | Samsung Galaxy A34 5G |
11 | Samsung Galaxy A34 5G (8GB RAM + 128GB) |
12 | Samsung Galaxy A34 5G (8GB RAM + 256GB) |
13 | Samsung Galaxy A51 5G |
14 | Samsung Galaxy A52 5G |
15 | Samsung Galaxy A53 5G |
16 | Samsung Galaxy A53 5G (8GB RAM + 128GB) |
17 | Samsung Galaxy A54 5G |
18 | Samsung Galaxy A54 5G (8GB RAM + 256GB) |
19 | Samsung Galaxy A71 5G |
20 | Samsung Galaxy A72 5G |
21 | Samsung Galaxy A73 5G |
22 | Samsung Galaxy A73 5G (8GB RAM + 256GB) |
23 | Samsung Galaxy Fold 5G |
24 | Samsung Galaxy Note 10 Plus 5G |
25 | Samsung Galaxy Note 20 5G |
26 | Samsung Galaxy Note 20 Ultra 5G |
27 | Samsung Galaxy S10 5G |
28 | Samsung Galaxy S20 5G |
29 | Samsung Galaxy S20 5G UW |
30 | Samsung Galaxy S20 FE 5G |
31 | Samsung Galaxy S20 Plus 5G |
32 | Samsung Galaxy S20 Ultra 5G |
33 | Samsung Galaxy S21 5G (8GB RAM + 256GB) |
34 | Samsung Galaxy S21 FE 5G |
35 | Samsung Galaxy S21 FE 5G (8GB RAM + 256GB) |
36 | Samsung Galaxy S21 Plus 5G (8GB RAM + 256GB) |
37 | Samsung Galaxy S21 Ultra 5G (12GB RAM + 128GB) |
38 | Samsung Galaxy S21 Ultra 5G (16GB RAM + 512GB) |
39 | Samsung Galaxy S22 5G |
40 | Samsung Galaxy S22 5G (8GB RAM + 256GB) |
41 | Samsung Galaxy S22 Plus 5G |
42 | Samsung Galaxy S22 Plus 5G (8GB RAM + 256GB) |
43 | Samsung Galaxy S22 Ultra 5G |
44 | Samsung Galaxy S22 Ultra 5G (12GB RAM + 512GB) |
45 | Samsung Galaxy S22 Ultra 5G (8GB RAM + 128GB) |
46 | Samsung Galaxy S23 5G |
47 | Samsung Galaxy S23 Plus 5G |
48 | Samsung Galaxy S23 Ultra 5G |
49 | Samsung Galaxy Z Flip 4 5G |
50 | Samsung Galaxy S21 |
51 | Samsung Galaxy S21 FE (Snapdragon) |
52 | Samsung Galaxy S21 Plus |
53 | Samsung Galaxy S21 Ultra |
54 | Samsung Galaxy Z Flip |
55 | Samsung Galaxy Z Flip 3 |
56 | Samsung Galaxy Z Flip 4 (8GB RAM + 256GB) |
57 | Samsung Galaxy Z Flip 4 (8GB RAM + 512GB) |
58 | Samsung Galaxy Z Flip 5 |
59 | Samsung Galaxy Z Flip 5 (8GB RAM + 512GB) |
60 | Samsung Galaxy Z Fold 3 |
61 | Samsung Galaxy Z Fold 4 |
62 | Samsung Galaxy Z Fold 4 (12GB RAM + 512GB) |
63 | Samsung Galaxy Z Fold 5 |
64 | Samsung Galaxy Z Fold 5 (12GB RAM + 1TB) |
65 | Samsung Galaxy Z Fold 5 (12GB RAM + 512GB) |
66 | Samsung Galaxy A14 5G (8GB RAM + 128GB) |
67 | Samsung Galaxy A24 5G |
68 | Samsung Galaxy A13 5G |
69 | Samsung Galaxy M23 5G |
70 | Samsung Galaxy M54 5G |
71 | Samsung Galaxy M14 5G |
S.N | Iphone |
---|---|
1 | Apple A2402/Apple iPhone 12 |
2 | Apple A2403/Apple iPhone 12 |
3 | Apple A2404/Apple iPhone 12 |
4 | Apple A2398/Apple iPhone 12 Mini |
5 | Apple A2399/Apple iPhone 12 Mini |
6 | Apple A2400/Apple iPhone 12 Mini |
7 | Apple A2341/Apple iPhone 12 PRO |
8 | Apple A2406/Apple iPhone 12 PRO |
9 | Apple A2407/Apple iPhone 12 PRO |
10 | Apple A2408/Apple iPhone 12 PRO |
11 | Apple A2342/Apple iPhone 12 PRO MAX |
12 | Apple A2410/Apple iPhone 12 PRO MAX |
13 | Apple A2411/Apple iPhone 12 PRO MAX |
14 | Apple A2412/Apple iPhone 12 PRO MAX |
15 | Apple A2482/Apple iPhone 13 |
16 | Apple A2631/Apple iPhone 13 |
17 | Apple A2633/Apple iPhone 13 |
18 | Apple A2634/Apple iPhone 13 |
19 | Apple A2635/Apple iPhone 13 |
20 | Apple A2629/Apple iPhone 13 Mini |
21 | Apple A2626/Apple iPhone 13 Mini |
22 | Apple A2628/Apple iPhone 13 Mini |
23 | Apple A2481/Apple iPhone 13 Mini |
24 | Apple A2630/Apple iPhone 13 Mini |
25 | Apple A2483/Apple iPhone 13 PRO |
26 | Apple A2636/Apple iPhone 13 PRO |
27 | Apple A2638/Apple iPhone 13 PRO |
28 | Apple A2639/Apple iPhone 13 PRO |
29 | Apple A2640/Apple iPhone 13 PRO |
30 | Apple A2484/Apple iPhone 13 PRO MAX |
31 | Apple A2641/Apple iPhone 13 PRO MAX |
32 | Apple A2643/Apple iPhone 13 PRO MAX |
33 | Apple A2644/Apple iPhone 13 PRO MAX |
34 | Apple A2645/Apple iPhone 13 PRO MAX |
S.N | Tecno |
---|---|
1 | Tecno Telecom CK9N/Camon 20 Premier 5G |
2 | Tecno Telecom CK8N/Camon 20 PRO 5G |
3 | Tecno Telecom CI7N/Camon 19 PRO 5G |
4 | Tecno Telecom AD10/Phantom V Fold |
5 | Tecno Telecom AD8/Phantom X2 5G |
6 | Tecno Telecom AD8/Phantom X2 5G |
S.N | ZTE |
---|---|
1 | ZTE A7040/ZTE Blade A72/ZTE Blade V40 Smart |
2 | ZTE 7540N/ZTE Blade A72 5G/ZTE Blade V40 Smart 5G |
3 | ZTE 8040N/ZTE YH20 5G/ZTE YH20CX 5G |
4 | ZTE 8040N/ZTE YH20 5G/ZTE YH20CX 5G |
5 | ZTE A2022/ZTE A30/ZTE AXON 30 |
6 | ZTE 8030N/ZTE S30 SE 5G |
7 | ZTE 7531N/ZTE A71S 5G |
8 | ZTE A2020N3/ZTE Stage 5G |
9 | ZTE A2021G/ZTE Axon 11 5G |
10 | ZTE 8012N/ZTE BLADE 20 5G/ZTE Blade V2021 5G |
11 | ZTE 9030N/ZTE S30 5G |
12 | ZTE 8140N/ZTE Blade V41 Vita 5G |
13 | ZTE A2023/ZTE Axon 40/ZTE Axon 40 PRO 5G |
S.N | Infinix |
---|---|
1 | Infinix X6815C/Zero 5G 2023 |
2 | Infinix X6820/Zero Ultra |
3 | Infinix X666B/HOT 20 5G |
4 | Infinix X6711/Infinix Note 30 5G |
5 | Infinix X673/Note 12 PRO 5G |
6 | Infinix X6710/Note 30 VIP |
7 | Infinix X666/HOT 20 5G |
8 | Infinix X6832/HOT 30 5G |
Itiyoophiyaa keessatti uwwisa 5G
Tajaajila 5G irratti gaaffiiwwan irra deddeebiin gaafataman
- Maamiltoonni qafoo 5G qabu qabanii fi naannoo uwwisni 5G Itiyoo Telekoom ga'e jiraatan neetworkiin isaanii ofumaan gara 5G tti guddatee jira. Haaluma kanaan kuufama 5G bitachuu fi tajaajilicha fayyadamuu ni dandeessu.
- Tajaajilli 5G kun kan argamuu danda'u qafoowwan moobaayilaa 5G deeggaran qofaan.
- Gara setting qafoo deemuun- waa’ee bilbilaa (about) ykn tarree “Preferred Network type/mode” jedhutti deemaa
- Eeyyee, maamiltoonni Itiyoo telekoomii tajaajila prepaid, postpaid fi hybrid fayyadaman hundi 5G fayyadamuu ni danda’u
- Gatiin tajaajila 5G kan duraan tajaajila moobaayilaa maallaqaan bitamuu fi itti fayyadama itiyoo telekoom waliin wal fakkaata.
Qafoowwan "Android'' dhaaf
- Gara Setting deemaa
- “SIM Card and Mobile Network” filadhaa
- SIM Kan jedhu filadhaa
- “Preferred Network type/mode” kan jedhu filadhaa
- “5G/4G/3G/2G (Auto)” kan jedhu filadhaa
Qafoowwan ''iPhone'' dhaaf!
- Gara Settings qafoo keessanii deemuun
- “Cellular” kan jedhu irra gadi xuqaa
- “Cellular Data Option” kan jedhu xuqaa!
- “Voice & Data” kan jedhu filadhaa
- “5G On” kan jedhu filadhaa
- Qafoowwan 5G hedduun neetwoorkii 5G waliin ni hojjetu. qafoowwan tokko tokko immoo sooftweerii isaanii ol guddisuu barbaadu kunis biraandii dhaabbatichaa irraa dhiibbaan ni godhama. Sadarkaa qafoo keessanii akka guddistan (upgrade) gootan adda baafachuun qafoon keessan 5G akka hojjetuuf ilaalaa.
Duraa duuba sooftweerii ol guddisuuf gargaaru:
- Gara Settings deemaa
- “Software update” irra gadi xuqaa
- “Download and install” irra deemuun xuqaa
- “install” kan jedhu xuqaa
- Uwwisaa naannoo keessan jiru irratti hundaa'uun qafoo keessan irratti 5G irraa gara 4G/3G tti akka jijjiirame isinitti argama. isinirraa tarkaanfiin barbaachisu tokko illee hin jiru.
Kuufama moobaayilaa 5G kan Ji'aa
Kuufama moobaayilaa 5G daangaa malee kan ji'aa
Mana keessaniif 5G wadaroo malee (Wireless)
- Kuufamni 5G maamiltoota kaffaltii duraa, kaffaltii boodaa fi haayibridii dhaaf banaadha.
- Maamiltoonni tajaajila 5G argachuuf SIM isaanii 4G irraa 5G tti guddisuu ykn SIM 5G haaraa galmaa'uu ni danda'u.
- Yeroodhaaf maamiltoonni 5G kuufama 4G fayyadamuu ni danda'u.
- Saffisa 5G argachuuf fayyadamtoonni qafoo 5G qabaachuu fi naannoo uwwisa 5G jiraachuu qabu.
- Maamiltoonni kuufama 5G bitatan yeroo naannoo uwwisa 5G keessaa ba'an 4G fi 3G dhaan fayyadamuu ni danda'u.
- Gatiin galmee 5G kan 4G waliin garaa garummaa hin qabu.
- Yeroon turtii pilaanii kuufamoota 5G hundaa guyyoota 30 qofaaf
- Kuufama jijjiiruun kuufamoota murtaa'aniif hin hayyamamne.
- Maamiltoonni kuufama 5G 5G irraa gara SIM 5G kan birootti dabarsuu ni danda'a.
- Maamiltoonni 4G kuufama 5G bitachuu hin danda'u garuu maamila 5G dhaaf erguu ni danda'a
- Seerotni daldala kuufama moobaayilaa jiran hundi osoo hin jijjiiramin ni turu.
Gaaffiiwwan irra deddeebiin waa'ee 5G f gaafataman
5G'n Maali?
✓5G dhaloota shanaffaa teeknooloojii seelulaar neetworkii ti. Saffisa guddisuuf, hir'isuuf kan qophaa'edha
Tajaajila wadaroo malee fooyyessuuf
Garaagarummaan 4G fi 5G Maali?
✓Garaagarummaan guddaan 4G fi 5G gidduu jiru saffisa, baandiiwiidzii ol’aanaa fi xiqqaadha
“latency”, ykn yeroo duubatti hafummaa qunnamtii koomputeroota ykn moobaayyiloota fi sarvarii gidduu jiru.
Faayidaan 5G maali?
Neetworkiin 5G industirii hunda keessatti raawwii fooyya’aa, dandeettii dabaluu, fi gahumsa neetworkii ni kenna.
- Ariitiidhaan gadi fe'uuf
- Meeshaalee dabalataa & fi gosoota meeshaalee fayyadama dhuunfaa fi dhaabbataaf
- Dhumarraa hanga dhumaatti duubatti hafummaa xiqqoo (end-to-end)
- Neetwork calaluu wajjin kan jijjiiramu
- IoT guddaa kan meeshaalee ismaartii baay'ee qaban
Tajaajila 5G argachuuf maaltu barbaachisa?
- SIM kaardii 5G ta'e
- Qafoo 5G fudhachuu danda'u
- Naannolee uwwisni 5G jiru
Akkamiin SIM koo akka 5G fudhatu taasifadha?
- 4G jiru gara 5G tti guddisuu ni dandeessu!
- SIM kaardii 5G haaraa bitachuun
Qafoon kamiyyuu 5G akka fayyadamu na gargaaraa?
✓Lakki: - Tajaajilli 5G kun qafoowwan dandeettii 5G qaban qofaan argamuu danda'a.
Akkamiin akka qafoon koo 5G fudhatu beeka?
✓Setting qafoo keessanii keessa seenuun About kan jedhu fayyadamuun adda baafachuu ni dandeessu.
yookiin “Preferred Network type/mode” keessaa beekuu ni dandeessu.
Maamilli kamiyyuu tajaajilicha argachuu ni danda'aa?
✓Eyyee, Tajaajilli 5G maamiltoota kaffaltii duraa, kaffaltii boodaa fi haayibiridii dhaaf banaadha.
Gatiin tajaajila 5G meeqa?
✓Gatiin tajaajila 5G kan 4G waliin tokko dha.
Akkamiin qafoo keenya keessatti 5G jalqabsiifna?
Qafoowwan "Android'' dhaaf
- Gara Setting deemaa
- “SIM Card and Mobile Network” filadhaa
- SIM Kan jedhu filadhaa
- “Preferred Network type/mode” kan jedhu filadhaa
- “5G/4G/3G/2G (Auto)” kan jedhu filadhaa
Qafoowwan ''iPhone'' dhaaf!
- Gara Settings qafoo keessanii deemuun
- “Cellular” kan jedhu irra gadi xuqaa
- “Cellular Data Option” kan jedhu xuqaa!
- “Voice & Data” kan jedhu filadhaa
- “5G On” kan jedhu filadhaa
Qafoo 5G hojjetu nan qaba. 5G akka hojjetu adda baasuun na barbaachisaa moo miti?
✓
- Qafoowwan 5G hedduun neetwoorkii 5G waliin ni hojjetu. qafoowwan tokko tokko immoo sooftweerii isaanii ol guddisuu barbaadu kunis biraandii dhaabbatichaa irraa dhiibbaan ni godhama. Sadarkaa qafoo keessanii akka guddistan (upgrade) gootan adda baafachuun qafoon keessan 5G akka hojjetuuf ilaalaa.
Duraa duuba sooftweerii ol guddisuuf gargaaru:
- Gara Settings deemaa
- “Software update” irra gadi xuqaa
- “Download and install” irra deemuun xuqaa
- “install” kan jedhu xuqaa
Uwwisa naannoo 5G'n jiru irraa gara uwwisni 4G/3G jiru yoon deeme maaltu ta'a?
✓
- Uwwisaa naannoo keessan jiru irratti hundaa'uun qafoo keessan irratti 5G irraa gara 4G/3G tti akka jijjiirame isinitti argama. isinirraa tarkaanfiin barbaachisu tokko illee hin jiru.
Itiyoo Telekoom Tajaajila 5G dhaaf kophaatti kuufama kennu qabaa?
✓Eyyee, daangaa fi daangaa malee dhaaf kuufamni 5G qofaaf ni jira.
✓Dabalataan, Maamiltoonni 5G kuufama 4G bitatan 5G dhaaf fayyadamuu ni danda'u.
Kuufamoonni 5G jiran maal fa'i?
Kuufama 5G daanga'e kan ji'aa
✓GB 150 qarshii 929'n
✓GB 250 qarshii 979'n
Hubachiisa: Fayyadama kuufamaa alaaf MB tti saantima 0.9 dha
Kuufama ji'aa 5G daangaa malee
✓ Fayyadama GB 400 booda, imaammanni fayyadama haqaa sirriin (FUP) qarshii 1199'n hojiirra oola.
✓ Fayyadama GB 400 booda, imaammanni fayyadama haqaa sirriin (FUP) qarshii 1299'n hojiirra oola.
Hubachiisa: Fayyadama imaammata haqaa booda (FUP) saffisni sekoondiitti MB 8 ta'a.
Kuufama 5G eessaa argachuun danda'a?
- Kuufamicha karaa
o USSD *9999#
o Aappilikeeshinii My Ethiotel
o telebirr suppar aappii fi
o giddu gala tajaajila itiyoo telekoomitti argachuu ni dandeessu
Kuufama 5G namni hundi argachuu ni danda'aa?
✓Lakki: kuufamni tajaajila 5G maamiltoota 5G fayyadaman qofaaf banaadha!
Yommuun uwwisa 5G keessaa ba'u kuufama 5G fayyadamuu nan danda'aa?
✓Maamiltoonni kuufama 5G bitatan kamiyyuu yommuu uwwisa 5G keessaa ba'an 4G yookiin 3G fayyadamuun kuufamicha fayyadamuu ni danda'u.
Kuufama bitadhe dabarsuu yookiin jijjiiruu nan danda'aa?
✓maamilli tokko kuufama 5G daanga'e gara nama SIM kaardii 5G qabuutti dabarsuu ni danda'a
✓Garuu, Kuufamni 5G gara kuufama birootti jijjiiramuu hin danda'u
Ani amma qafoo 5G hin qabu. Torban dhufan keessa nan bitadha amma kuufama 5G fudhadhee booda itti fayyadamuu nan danda'aa?
✓Eyyee, Qafoo haaraadhaan yeroo hayyamame keessatti fayyadamuu ni dandeessu
Qafoowwan neetwoorkii 5G hojjetan kam fa'i?
✓Moodelli qafoowwan 5G hojjetanii faayila Ekselii dhaan qabsiifamaniiru
Itiyoo telekoom gargaarsa 5G moobaayilaa fi raawuterii dhaaf ni kennaa?
✓Eyyee: Giddu-gala tajaajilaa dhiyeenya keessanitti argamu yookiin telegebeya daawwadhaa!