Interneetii biroodbaandii dhaabbataa daangaa malee
Mana keessanitti Interneetii biroodbaandii dhaabbataa daangaa malee fayyadamaa
Tajaajila interneetii biroodbaandii saffisa guddaa qabu kan koopperii yookiin faayiberiidhaan hojjetudha.
Sarara dhaabbataa + interneetii biroodbaandii dhaabbataa Tajaajila komboo
Komboo fayyadamuun tajaajila lama sarara tokkoon argadhaa!
Interneetii biroodbaandii dhaabbataa daangaa malee kan karoora kontiraataa dheeraadhaaf galma'aa waggaa 2'f
Access Speed | Price (Birr) |
---|---|
5Mbps | 559.20 |
7Mbps | 603.20 |
10Mbps | 1,004.00 |
20Mbps | 1,868.00 |
50Mbps | 4,204.00 |
Galmaa’uuf
Bakkeewwan tajaajila keenya isinitti dhiyoo jiru daawwadhaa
Moodemii yeroo tokkoon yookiin filannoo ji’oota 24 keessatti kan kaffaltaniin bitachuu dandeessu
- Tajaajilli kun maamiltoota dhuunfaa filannoo kaffaltii boodaa yeroo waliigaltee ji’oota 24 qabuuf kan kennamedha.
- Galmaa'uuf gatiin bilisa
- Gaaffiin hanga walii galteen xumuramutti saffisa dabaluu yookiin hiri'isuun hin danda'amu. garuu walii galtee jalqabaa adda kutuun tajaajila biroof galmaa'uun ni danda'ama
- Abbummaa nama biraaf dabarsuun/ jijjiiruun hanga walii galteen xumuramutti hin danda'amu.
- Maqaa jijjiiruu fi bakka jijjiiruun gatiin tajaajilaa bilisaan kennama.
- Maamiltoonni hanga xumura yeroo waliigalteetti ji'a ji'aan hir'ina %20 ni argatu. Kana malees, maamiltoonni kaffaltii ji’aa tokko malee ji’oota 24’ tajaajila kana yoo fayyadaman, maallaqa kaffaltii ji’aa hir’ina dhumaa erga waliigaltee xumuramee booda ni argatu.
- Maamiltoonni waliigaltee osoo hin xumuramin tajaajila akka addaan citu yoo gaafatan, hanga hir’ifama ji’a waliigalaa itti fayyadaman ni deebisu jedhamee eegama. Filannoon kaffaltii moodeemii filannoo ji’a 24 yoo ta’e maamiltoonni gatii moodeemii hafe kaffaluun irraa eegama.
- Itiyoo telekoom baasii tajaajilicha ittiin dhaabu hunda hanga meetira 500 bakka walitti hidhamiinsa irraa kaasee hanga bakka keessaniitti ni kafala. yoo bakki keessan meetira 500 ol fagoo ta’e filannoon kaffaltii ji’a 12 ni qophaa’a, .
Sirreeffama gatii biroodbaandii dhaabbataa (maamila dhuunfaa)
Kan duraan jiru | Saffisa Haaraa | Gatii Haaraa |
---|---|---|
Mbps 3 | Mbps 5 tti guddateera | 699 |
Mbps 4 | ||
Mbps 5 | Mbps 7 tti guddateera | 879 |
Mbps 6 | ||
Mbps 8 | Mbps 8 gara Mbps 10 tti guddateera | 1,255 |
Mbps 10 | ||
Mbps 20 | Mbps 20 | 2,335 |
Mbps 50 | Mbps 50 | 5,255 |
Mbps 100 | 9,245 | |
Mbps 200 | 15,715 |
If you subscribe 10 mbs or greater you will be awarded 5GB +400 minutes on your mobile monthly
Mbs 10 fi isaa ol yoo galmooftan badhaasa GB 5 + Daqiiqaa 400 ji'aan moobaayila keessan irratti argattu
-
- Kaffaltiin galmee, irra deebiin wal jalqabsiisuu, ykn maqaa jijjiiruu BILISA
- Maamiltoota keenya amma jiran hundaaf kan saffisa qaqqabummaa isaanii armaan olitti hin tarreeffamne hundaaf, saffisa keessan gara sadarkaa itti aanutti tarreeffame bilisaan guddisuu keenyatti gammadneerra.
- Gatii haaraa ykn kan duraan jiru kan hojiirra ooluu danda’uun fooyya’iinsaa fi gadi bu’iinsa dhiyeessuu.
- Maallaqni moodemii FBB haaraan kun ji'a ji'aan kutaa 12n kan kaffalamu yoo ta'u, ykn maamilchi dursee kaffaluu danda'a.
- Baasii dhaabbii hunda bakka mana jireenyaa keessaniitti walitti hidhamtu irraa hanga meetira 500 fagaatu ni kafalla. Bakki jireenyaa keessan meetira 500 ol yoo ta’e, filannoon kaffaltii ji’a kudha lamaa ni qophaa’a.
- Hanga saffisa Mbps 50 tti galmaa'uu ni dandeessu.
- Taarifni hundi VAT kan hammate dha.
- Tajaajila kanaaf iyyachuuf, maaloo giddu gala tajaajilaa dhiyoo keessan jiru ykn marsariitii keenya https://onlineservices.ethiotelecom.et daawwadhaa
Tajaajila Biroodbaandii Wadaroo malee WTTx
Maamiltoota dhuunfaaf tajaajila 4gLTE irratti hundaa’e wadaroo malee tajaajila kennu dha. kunis tajaajila akka faayiberii argachuuf isaan dandeessisa.
Gosoota:
- Interneetii biroodbaandii Mana keessatti 4G wadaroo malee :tajaajilli kun meeshaalee walitti hidhuuf USB waliin kennama.
- Interneetii biroodbaandii balbala alaa 4G wadaroo malee: Moodemii mana irra jiru fayyadamuun taawerii teelee dhiyeenya isaa jiru irraa interneetii wadaroo malee fagoo ta’e kennuuf gargaara.
Bu’aa isaa:
- Raawwii networkii gaariif
- Gatii madaalawaa ta’een
- Saffisaan hidhuuf
- Suphaaf salphaadha
Dhiyeessii Wadaroo Malee WTTx
Kuufama hanga irratti hundaa'e
Kuufama Ji'aa GB 25
- Sa'aatii Ol'aanaa: GB 20
- Sa'aatii Baay'inaan Hin Taane: GB 5
Kuufama Ji'aa GB 50
- Sa'aatii Baay'inaan Hin Taane: GB 25
- Sa'aatii Baay'inaan Hin Taane: GB 25
Kuufama ji'aa daangaa malee
- Imaammata fayyadama sirrii daangaa malee GB 100 - Mbs 3 oliif
Bundle keessaa bahee:
MB 0.20/ MB 0.0011
Kuufama ji'aa daangaa malee saffisa irratti hundaa'e
Gatii moodemii interneetii biroodbaandii wadaroo malee WTTx:
-
- Moodela: Huawei B535-232A (Meeshaa mana keessaa)
- gatii: 6,740 Birr Qarshii 5,368 (Hiri’ifama %20)
Gatiin kutaalee ji’a 12.:
-
- Kaffaltii al tokkoo: Qarshii 850
- Kaffaltii Ji’aa: Qarshii 404.35
.Tajaajilli kun maamila mana jireenyaa filannoo kaffaltii boodaa daataa qofa qabu qofaaf kan kennamudha.
.Iddoon jireenyaa maamilaa uwwisa neetworkii broodbaandii dhaabbataa akka hin qabnee fi neetworkii 4GLTE akka qabaatu ni gorfama.
.Gatiin kuufamaa hundi ji’a ji’aan kan hundaa’ee fi irra deddeebi’amee kan argamudha
.Kuufamawwan sagalee irratti hundaa’aniif sa’aatiin baay’inaan hin hojjetamne hanga ganama sa’aatii 8:00 AMtti dheerata.
.Maamiltoonni ji’a keessa yeroo barbaadanitti galmaa’uu danda’an yoo ta’u tajaajilli kun hatattamaan ni eegala. Maamiltoonni guyyaa jalqaba ji’ichaa yoo maallaqaan deeggaran, itti fayyadamni ji’aa walmadaalaa ta’a.
.Yoo kuufamawwan ji’a ammaa keessatti hin fayyadamne, qabeenyi kuufama hin fayyadamne ji’a itti aanuuf qofa ni naanneffama.
.Ol guddisuu /gadi buusuuf akka gaaffii maamilaatti ni danda’ama
.Maallaqa galchuu, irra deebiin jalqabsiisuu, maqaa jijjiiruu, abbummaa jijjiiruu, fi kaffaltiin jijjiirraa bilisa ta’a.
.Tajaajila mana irratti hundaa’ee qofa kan SIM wal qabsiisuun eegame (Meeshaan SIM biroo wajjin hin hojjetu & faallaa kanaatiin), fi bakka jalqabaatti cufame dha.
.Maamilli naannoo jireenyaa ykn tajaajila isaanii bakka biraatti jijjiiruu yoo barbaadan tajaajilicha bakka biraatti akka jijjiiru ni gaafatama.
.Gaaffiin tajaajila addaan kutuu yeroon isaa osoo hin xumuramin fudhatama hin qabaatu. Kaffaltiin ji’ootaa osoo hin xumuramin tajaajilli fedhii maamilaa yoo addaan cite maamiltoonni maallaqa ji’ootaa hafan kaffaluu qabu
Gatii Dursaa Meeshaalee Biroodbaandii Manaa 4G Wadaroo Malee
Kan Manaa 4G_ ZLT P11_Balbala ala CPE
Gatii: Qarshii 4,235
Kan Manaa 4G _SLT869-A51_Balbala ala CPE
Gatii: Qarshii 14,560
Kan Manaa 4G _SLT S11_ Mana keessaa CPE
Gatii: Qarshii 2,515
Kan Manaa 4G LTE-A_ZLT S12 PRO_ Mana Keessa CPE
Gatii : Qarshii 4,050
Kaffaltii Kutaalee Ji'a 12 Meeshaa Manaa 4G biroodbaandii wadaroo malee
Kan Manaa 4G_ ZLT P11_balbala ala CPE
Kan manaa 4G _SLT869-A51_balbala ala CPE
Kan Manaa 4G _SLT S11_ Mana keessa CPE
Kan Manaa 4G LTE-A_ZLT S12 PRO_ Mana keessa CPE
Gatii kaffaltii duraa: Qarshii 674
Kan ji’aan kafalamu: Qarshii 321.52
Gatii kaffaltii duraa: Qarshii 2,317
Kan ji’aan kafalamu: Qarshii 1,105.41
Gatii kaffaltii duraa: Qarshii 400
Kan ji’aan kafalamu: Qarshii 190.96
Gatii kaffaltii duraa: Qarshii 644
Kan ji’aan kafalamu: Qarshii 307.52
- Tajaajilli kun maamila mana jireenyaa filannoo kaffaltii boodaa daataa qofa qabuuf qofa kan kennamudha.
- Bakki jireenyaa maamiltootaaf uwwisa neetworkii broodbaandii dhaabbataa akka hin qabnee fi neetworkii 4GLTE qabaachuun ni gorfama.
- Gatiin kuufamaa hundi ji'a ji'aan kan hundaa'ee fi irra deddeebi'amee kan guutamu dha.
- Yoo kuufamoonni ji'a ammaa keessatti hin fayyadamne, qabeenyi kuufama hin fayyadamne ji'a itti aanuuf qofa kan naanna'u ta'a.
- ol guddisuu /gadi buusuun akkaataa gaaffii maamilaa irratti hunda'a
- Kaffaltiin maallaqa galchuu, irra deebiin tajaajila jalqabsiisuu, maqaa jijjiiruu, abbummaa jijjiiruun bilisa dha.
- Innis tajaajila mana irratti hundaa'ee qofa kan SIM hidhuun eegame (Meeshaa SIM biroo wajjin hin hojjetu & faallaa kanaatiin), fi bakki bakka jalqabaatti cufama/locked.
- Maamilli naannoo jireenyaa ykn tajaajila isaanii bakka biraatti jijjiiruu yoo barbaadan tajaajilicha bakka biraatti akka jijjiiru ni gaafatama.
- Gaaffiin tajaajila addaan kutuu yeroon walii galtee/contract osoo hin xumuramin fudhatama hin qabaatu.
- Kaffaltiin ji'aan kaffalamu osoo hin xumuramin tajaajilli fedhii maamilaan yoo addaan cite maamiltoonni maallaqa ji'aan kaffalamu kan hafe kaffaluu qabu