Kuufama Moobaayilaa Qaama Miidhamtootaaf
Hir'ifama %20
Kuufama Sagalee Guyyaadhaan
Daq.30 + kuufama halkanii daq.30 bilisaan
Qar.5
Daq.60 + kuufama halkanii daq.60 bilisaan
Qar.10
Hir'ifama %25
Kuufama Sagalee Torbaniin
Daq.100 + kuufama halkanii daq.100 bilisaan
Qar.20
Daq.200 + kuufama halkanii daq.200 bilisaan
Qar.35
Hir'ifama %30
Kuufama Sagalee Ji'aan
Daq.300 + kuufama halkanii daq.300 bilisaan
Qar.70
Daq.500 + kuufama halkanii daq. 500 bilisaan
Qar.110
Hir'ifama %35%
Kuufama Ergaa barreeffama gabaabaa Ji'aan
Ergaa barreeffama gabaabaa 200
Qar.8
Ergaa barreeffama gabaabaa 400
Qar.15
Hir'ifama %35
Kuufama Interneetii Guyyaadhaan
MB 150 + dabalataan MB 150 bilisaan
Qar.4
MB 300+ dabalataan MB 300 bilisaan
Qar.8
Hir'ifama %35
Kuufama Interneetii Torbaniin
GB 1+ GB1 teeleegiraamif
Qar.45
GB 3 + GB 1 teeleegiraamif
Qar.90
Hir'ifama %35
Kuufama Interneetii Ji'aan
GB 2+ GB 1 teeleegiraamif
85 ETB
GB 6+ GB 1 teeleegiraamif
Qar.200
GB 10 + GB 1 teeleegiraamif
Qar.305
Kuufama Moobaayilaa Qaama Miidhamtootaaf
Kuufama Sagalee
Kuufama Ergaa barreeffama gabaabaa
Kuufama Interneetii
- teeleebirriin yoo bitattan %10 dabalata kennaadhaan ni argattu.
- Kuufammni qaama miidhamtootaa haala adda ta’een tarree maamiltoota qaama miidhamtootaa eeyyamameef keessatti kan hammataman (dhagahuu fi arguu kanneen hin dandeenye, miidhama qaamaa; miidhaa xinsammuu fi dhukuboota akka qurciifaa) irratti kan bu’uureffatedha.
- Maamilli tokko kuufama kanaaf ulaagaa kan guutu waldaa qaama miidhamtoota beekamtii qabu irraa ragaa yoo dhiyeeffatan ykn karaa Itiyoo Telekoomiin yoo mirkanaa’e qofa.
- Kuufama qaama miidhamtootaa nama biroof dabarsuu fi kuufama jijjiiruun hin danda’amu.