Haalawwanii fi Dambiiwwan
• Kuufama qarshii tokkoo guyyaa tokko ykn ji’a tokko keessatti hamma barbaaddan bitachuu ni dandeessu.
• Kuufamni kun kun yeroo bitame irraa eegalee sa’aatii tokko qofaaf kan turu ta’a.
• Sa’aatii tokko booda kuufamni hin fayyadamiin haftan kamiyyuu fayyadama ala ta’a.
• Kuufama dabarsuu fi jijjiiruunn gosa kuufamaa kanaaf raawwatiinsa hin qabu.
• Seerotni daldalaa kuufamaa hojiirra jiran raawwatiinsa ni qabaatu.