Furmaata Kilaawudii Walta'insa
Adeemsa fi hooggansa biizinasii fooyyessuuf appilikeeshiniiwwan walta’an oomisha dabaluu fi baasii hir’isuuf
Pilaatifoormii hooggansaa fi kuusaa faayilaa kan yeroo dhugaa fi walta’iinsaan gulaaluu, kuusaa fi qooduuf haala mijeessuu
A fast, secure and reliable email platform that enables electronic internal, external or marketing communication in a credible and professional manner while maintaining your brand.
Ariifataa, nageenyi isaa eegamaa fi pilaatifoormii iimeeyilii sirrii ta’e kan elekritooniksii keessoo , alaa yookiin qunnamtii gabaa haala amanamaa fi ogummaa qabuun hoogganu.
Pilaatifoormii marsariitii dhaabbata tokko maamiltootaa fi michoota isaa waliin guyyaa 24/7 haala baasii xiqqaadhaan gabaa, gurgurtaa, odeeffannoo waljijjiiruu, amanamummaa ijaaruu, fi tajaajila maamiltootaaf salphaatti walqunnamsiisuf.
Humna shallaggii kilaawudii guddachuu(dhifamuu)danda’u fi kuusaa bu’uuraalee kilaawudii keenya irraa wiirtuuwwan daataa qulqullina qabu itiyoo telekoom irratti keessummeeffaman bobbii sooftiweerii shallaggii cimaa ta’eef gargaara.
Humna shallaggii kilaawudii guddachuu(dhifamuu)danda’u fi kuusaa bu’uuraalee kilaawudii keenya irraa wiirtuuwwan daataa qulqullina qabu itiyoo telekoom irratti keessummeeffaman bobbii sooftiweerii yaadannoo cimaa ta’eef gargaara.
A physical server that is hosted at ethio telecom quality data center for successful software deployment
Sarvarii fiizikaalaa giddu gala daataa itiyoo telekoom irraa gadhiifame bobbii sooftiweerii milka’aa ta’eef
Sa’aatii, guyyaa, torban ykn ji’a (ykn kanneen kana keessaa walitti makamuu kamiyyuu) kuusaawwan Cloud Server keessaniif duwwaa sagantaa qabame mirkaneessa olaanaa fi eegumsa daataa keessan barbaachisoo ta’aniif.
Faayila, bilookii yookiin Kuusaa HDD dhifamuu danda’an bu’uuraalee kuusaa kilaawudii keenya giddu gala kuusaa daataa keenya irraa gadhiifaman, nageenya daataa keessan baay’ee fi ol kaa’uuf .
Faayila, bilookii yookiin Kuusaa HDD dhifamuu danda’an bu’uuraalee kuusaa kilaawudii keenya giddu gala kuusaa daataa keenya irraa gadhiifaman, nageenya daataa keessan baay’ee fi sarvarii kilaawudii keessan irraa.
Sirna eegumsa kilaawudii humna ajaa’ibaa qabu, cimaa fi itti fayyadamuuf salphaa ta’ee fi bulchiinsa balaa tokkummaa, madaallii fe’umsaa, IPSec, WireGuard VPN tunnels fi kkf of keessaa qabu.
Tajaajila VPN karaa interneetii kan sarvarii kilaawudii fi neetworkii dhaabbata keessanii wal qunnamsiisuuf akkasumas nageenyi neetwoorkii keessanii jalqabaa hanga dhumaatti(site-to-site) interneetii irratti akka eegamu fi hojjettoota keessan kara nageenya qabuun wal qunnamsiisuuf gargaara.